Kuni waan haaraa miti. Waldhabuufi araaramuun duruu jira. Maalif dhaaboliin siyaasaa Oromoo araaraman jedhanii namoota tokko tokko akka ijji dhiigu namaaf hingalu.
Walnyaachaa jiraachun aadaa dur hinjirre akka saba kanatti ta'u warra fedhan moo, warra lola kanarraa bu'aa buufatani?
mee haa mari'annu