Sunday, April 12, 2009

Eessaa Karam

Kitaabni magaalarra oolera!




Seenaa Qabsoo Oromoo xiinxaluudhan
Qabsoo Oromoo kan biyyoota biraatin walbira qabuudhan
Gadaan akkamitti Oromoo akka bulchaa ture xinxaluudhan
Haala yeroo ammaa dhaaboliin siyaasaa Oromootifi ummanni Oromoon biyyattifi alatillee keessa jiru xiinxaluudhan,
Mala Marii isiniif dhiyeessa.

Kitaabni kuni magaalarra oolera.
ajajachuuf :
tulluugalmoo@yahoo.com quunnamaa!

2 comments:

Anonymous said...

Dhaaboliin Oromoo osoo qalbii qabaatanii kanarraa baratanii miseensota ofiitillee barsiisanii silaa waan gaaridha.
Namoonni hedduun eenyummaafi haala siyaasan keenya keessa jirullee osoo hinbeekin nu dhaamsaa jiruu- yaa dhiiroo mee akkanatti haala keessa jirru walqaabsifnee haa walirraa barannuu.
Asnaaqaa- galata qabda yaa aboo yeroo kee fayyadamtee haala ta'uu qabu nuuf akeekuu keetif. kan baratu irraa barataa- kuunis taa'etuma haa walabaaruu silaa.
Jiloo

Anonymous said...

Abboo Tulluu yaadni kee yaada bareedadha
Dhiifama yaada tokko osoo gilgaaltee hoo
Kuniis baqataan qabsoo bakkaan hin geenne isa jedhu
Qabsoo deegarsa diplomaas hin qabnee guddoo rakko namni kana dalaguu dana'u ammoo nama ati baante kana
Mee fakkii qabsoo Ertiria fudhuu laali yoo akka tokko jette nin fudha yoo ummani keenya kan alaa qooda gahee -irraa eegammuu hinkannine jette dhugaa ni hafa
garuu dimshaashumatti jechuun ummata keenya kan aln jiru kan qabsoo badii dhoorgee hamilee tuqa
Namni ala jiruu waan heddu gadhuudanda'aa
Mee yoo yaada feete naaf barresuu danddessa
Odaa Yayyaa
Washington USA

Featured Post

Raadiyoo Damablii gabaabaa

Odeeffaannoo baadiyyaa dhaqqabsuuf tamsaasa raadiyoon dambalii gabaabaa qabaachun murteessadha. Ummata keenyaa dammaqsuun maalumaafuu mur...