Biyya Gadaa Oromiyaa kan akka seera, aadaa fi sirnaan walbulchaa ture diinni cabsuun seenaa bara dheeratii miti. waggoota dhibba dura seera Gadaatin Oromoo walbulchaa turuu qorattoonni seenaa nibsu. warri bulchiinsa kanaan ammallee walbulchaa jiran jiru.
Gadaan bara durii akki itti ijaarame akkaataa caasaa umriitini. Kunillee urmii 8 gadi warri jiran damee tokko jalatti, warri waggaa 8-16 Gaammee jalatti akkasuma waggaa saddeeti saddeetin dirqamaafi gahee qodame. Haala kanaan ijaarsi jiru ummata hundaa ammachuudhan sirna bulchiinsaa qaba.
Sunday, February 6, 2011
Subscribe to:
Comments (Atom)
Featured Post
Raadiyoo Damablii gabaabaa
Odeeffaannoo baadiyyaa dhaqqabsuuf tamsaasa raadiyoon dambalii gabaabaa qabaachun murteessadha. Ummata keenyaa dammaqsuun maalumaafuu mur...
-
Why Norwegian politicians are supporting Ethiopian dictator? Norway is known for its humanitarian and human rights support. It has been i...
-
Oromo leadership convention in Atlana, Georgia Nov 11-13, 2016 Yaa'ii hoggontoota Oromoo Atlantaatti Jorjiyaa sadaasa 11-13, 2016 ...
-
QABSOON OROMOO EESSAA KARAM Barreessan - Asnaaqaa T.Irkoo (T. Goolee) Maxxansa 4ssoo Caamsaa 2018 Kitaabni kuni maxxansaa haaran yer...